Maqaa Oromoo icon

Maqaa Oromoo

3.0 for Android
4.7 | 10,000+ Installs | Reviews

Gulele Software And Application Development

Description of Maqaa Oromoo

Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada. Yeroo heddu maqaa kan moggaasu maatiidha. Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta’eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu. “Foolii gaarii mannaa, maqaa gaarii wayya jedhe arjaan” akkuma jedhan Maqaan hunduu hiikaa fi waan ibsu qaba. Yeroo ammaa kanatti, oromoon maqaa hiika cimaa qabuufi miidhagaa ta’e ijoolleesaaf baasaa jira. Kun immoo guddina Afaan Oromootiif gahee ammana hin jedhamne qaba. Dabalataanimmoo ijoolleen maalummaa isaanii sirritti hubachaa adeemu. Kana booda afaan ormaatiin: baqqalaa, birhaanuu, tsahaay, kabbadaa…
jechuun hafee
Eebbisaa, Murteessaa, Iftuu, Faayaa, Aagaa, Kanaa’ol, Falmattuu… kan jedhan moggaafamuu qabu. Sababnisaa maqaawwan ormaa dhaloota qubee wojjiin kan deeman miti! Maqaan kee keeti, kan ormaa kan ormaati waan ta’eef keen booni..! Barri maqaa ufiitti qaana’an darbeera waan ta’eef.
-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta’een akka filataniif qarqaara. Applikeeshiniin bilbiloota ‘android’ MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera. Kana malees Applikeeshiniin kun haala salphaa ta’een banamee kan itti fayyadamuun danda’amuudha.
Contact details
Email: [email protected]
Phone: +251962055934

What's New with Maqaa Oromoo 3.0

-UI Improved
-bugs fixed

Information

  • Category:
    Business
  • Latest Version:
    3.0
  • Updated:
    2019-02-15
  • File size:
    1.5MB
  • Requirements:
    Android 4 or later
  • Developer:
    Gulele Software And Application Development
  • ID:
    com.orosoft.maqaa
  • Available on:
Reviews
  • avatar
    Hedduu takka galatomaa
    2020-09-18 08:24
  • avatar
    Baayyee baayyeen jaalladhe afaankoottan boone
    2020-05-13 08:10
  • avatar
    Wow
    2020-01-20 03:33
  • avatar
    Baayee gaariidha jabaadhaa, maqoota biraas itti dadaabaluun update godha yeroo yeroodhaan.
    2020-01-14 08:09
  • avatar
    good
    2019-06-08 12:43
  • avatar
    good bra
    2019-03-06 02:04