ikon Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa

Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa

4.0 for Android
4.6 | 5,000+ Instal

Ethiomapps

Penjabaran dari 9apps Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo bala bencana tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu Namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun Itti galcheera gara fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun koo hin Haafu. INNII GUDDAAN AMMOO LEENJII Yaalii Vidiyoo Yutiyubii Irraa Kanan Ittii Galchee Yeroo Tahuu KonkolaAchistaotta Hundaf Bayyee Gargana Dha. Dhummaaa Irrattis Ogummaaa Konkolaachisumma Akkasumaas Konkolaata Kan Jedhuu Vidiyoo Youtiyubii Ittii Galcheen Jiraa. Rakkooleen USQUEEE YOO JIRAATANI, Gaffifii deebii yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan [email protected] na-qunnamaa galat homaaa.

Informasi

  • Kategori:
    Pendidikan
  • Versi Terbaru:
    4.0
  • Perbarui:
    2021-02-28
  • Ukuran File:
    6.9MB
  • Persyaratan:
    Android 4.1 or later
  • Diupdate:
    Ethiomapps
  • ID:
    com.ethiomapps.afanoromoquiz
  • Available on:
  • Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa
    AfanOromoQuiz 2.0
    6.4MB
    2020-03-06
    APK
    Picture
  • Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa
    AfanOromoQuiz 1.0
    6.4MB
    2020-02-22
    APK
    Picture